Buufata Konkolaataa Qindaawaa Magaalaa Walisoo

  • 26 Mar 2025
  • Posted by adminroadlo
  • 0 Comments

Tajaajila hunda galeessa ta'e bakka tokkotti kan kennu buufatni konkolaataa qindaawaa magaalaa Walisoo sadarkaa xumuraa irraa gahe!

Guutuu Oromiyaatti pirojektoota xumuruun tajaajila hawaasaaf qaqqabsiisuuf carraawwan jiran hunda qindeessuun miira xiiqiin

bifa hoo'aafi kutannoon wal haa si'eessuu, waljajjabeessuu fi waltumsuu haa aadeffannuu!

Pirojaktii buufata konkolaataa qindaawaa magaalaa Walisoo dhaabbanni ijaaraa jiru ;

  • "YOT Construction PLC" fi gorsaa pirojaktichaa dhaabbata "Yohannes Abbay Consulting Architects & Engineers" akkasumaas
  • Gorstootni, kontirakitarootni fi waldaleen IMX hojii Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa keessaa jirtan bu'aa dachaa galmeessisuun fayyadamummaa uummataa keessan mirkaneessuuf jabaadha!

   Jabaa Ofii Abbaatu Jabeeffata!