Oromia Communication Bureau
Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu daawwannaa hojii misoomaa taasisaa jiru itti fufuun Bulchiinsa Magaalaa Walisoottis hojiilee misoomaa adda addaa daawwateera
Jilichi daawwannaa isaatiin Pirojektii Buufata Konkolaataa Ammayyaa Magaalaa Walisootti hojjatamaa jiru daawwateera.