Piroojaktoota qulqullinaa fi saffisaan xumuruuf xiyyeeffannoo fi xiiqiin hojjetamaa jira
Ijaarsi Buufata Konkolaataa Qindaa'aa Magaalaa Amboo hooggansa Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaan daaw'atame. Piroojaktii kanaa xumuruun tajaajila hawaasaaf qaqqabsiisuuf miira xiiqiin hanga xumuraatti kan hordofamu ta'uus hooggantuun Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa Injinar Heelan Taammiruu ibsanii jiru.
Pirojaktii Buufata Konkolaataa Qindaawaa magaalaa Amboo yeroo hojiin asfaaltii hojjatamu