Hojiiwwan ijoo Daayirektoreetii Karoora Hordoffii fi Gamaggamaa gaggeeffaman
- Karoora Tarsimo’aa mana Hojii ni Qopheessa
- Karoora Yeroo Dheeraa
- Karoora Yeroo Giddu galeessaa
- Karoora Yeroo Gabaabaa
- Karooraa fi Baajata Hojii Mana hojichaa kan waggaa ni qopheessa
- Baajata Hojiif barbaachisu ramadichiisuu fi Jijjiraa Baajataa raawwachuu
- Baajata Mana Hojichaa Bulchuu
- Qophii karooraa fi Baajata kutaalee hojii fi raawwii hojii mana hojichaa hordofuu, Deegaruu, gamaggamuu fi duub-deebii kennuu
- Duub-Deebii raawwii hojii mana hojichaa qindeeesuun qaama ilaalatuuf kennuu
- Deeggarsa Hordoffii fi gamaaggama raawwii hojii mana hojichaa gaggeessuu
- Qoarannoowwan Raawwii hojii fi baajataa fooyyessuu danda’an qindeessuu fi Hogganuun akka hojii irra oolu gochuu