Riqaalee Ijaaruun Lubbuu Baraaruudha!

  • 20 Aug 2024
  • Posted by adminroadlo
  • 0 Comments

Godina Iluu Abbaa Booraatti riqaan laga Gumaroo aanaa Mattuu fi Haluu wal quunnamsiisu xumuramuun gaafa guyyaa 11/12/2016 eebbifameera.

Riqaan kun abbaa meetiraa (span) 62 yoo ta'u birrii 86,505,545n hojjatame. Baay'ina uummataa 25 ,000 (kuma digdamii shan)oliif tajaajila kan kennuudha.

Jiraattotniifi caasaan bulchiinsa naannawichaa kunuunsee akka itti fayyadamu Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa ni dhaama!