Daandiin Hidda Dhiigaa Guddina Biyyaafi Qabeenya Waloo uummata marati.
Yeroo hojii ijaarsa fi suphaa pirojaktoota daandii, riqaalee fi bu'uraalee geejibaa fi loojistiksiif mijaa'aa ta'e kanatti maatii fi qooda fudhattootni (gorstootni, kontirakitarootni fi waldaleen IMX) hojii Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa ofharkaa qabdan hundi miira xiiqiin haa ijaaru! Haa kunuunsinu! Haa suphinu!
Hojii kanneenii saffisaa fi qulqullina barbaadamuun raawwachuuf
tumsi caasaa bulchiinsa sadarkaan jiranii fi hawaasni naannoo pirojektoota taasisaan daraan murteessaadha!
Hojii suphaa tooraa daandii Saqqaa - Algaa km 58 godina Wallagaa Bahaa fi Sh/Lixaa wal qunamsiisu Damee suphaa Daandii Godina Jimmaan gaggeeffama kan jirufi godina Hararge Lixaa Aanaa Habrootti sarara daandii luugoo-qoree km 21 baajata aanatiin hojjatamee suuraadhaan:
Daandii Mijaa'aa fi Bu'uuraalee Geejjibaa Qindaawaa Lammiilee Keenya Hundaaf!