Waa`ee Biiroo Daandiiwwanii fi Loogistiksii Oromiyaa
Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa
Mul’ata
Bara 2023tti gobbinni daandii,misooma bu’uuraalee geejjibaa fi loojistiksii sadarkaa biyyoota galii giddu-galeessaa bira gahee arguu dha.
Ergama
Daandii, misooma bu’uuraalee geejjibaa fi loojistiksii ammayyaa’ee akkasumas kan sadarkaa isaa eeggate baay’inaa fi qulqullinaan qorachuu,ijaaruu,bulchuu fi to’achuun tajaajila hawaasaa itti fufiinsa qabu naannicha keessatti mirkaneessuun jiruu fi jireenyi uummataa akka fooyya’u gochuu.
Duudhaalee
Copyright @2024 by Oromia Roads and Logistics Bureau| www.orlb.gov.et