Riqa Ijaaruun Lubbuu baraaruudha.
Guyyaa har'aa Godina H/Bahaa Aanaa Kombolchaa keessatti ijaarsi Riqaa Laga Caffee Aananii Gandoota Aaniichaa 6 fi Kaawunsilii Bulchiinsa Dirree Dawaa wal qunamsiisu hojjatamee kan xumurame yoo ta'u, bakka hoggansi Naannoo,Godinaa fi Aanaa akkasumas ummanni bal'aan argamanitti sirna hoo'aan ebbifamun tajaajilaf banaa ta'ee jira

info@orlb.gov.et 

