Godinaalee Oromiyaa hunda keessatti hojiin ijaarsa fi suphaa daandii ,riqaalee fi bu'uraalee geejibaa fi loojistiksii haala gaariin geggeeffamaa jira.

  • 17 Jun 2024
  • Posted by adminroadlo
  • 0 Comments

Kaabaa Kibbatti Bahaa Lixatti; godinaalee Oromiyaa hunda keessatti hojiin ijaarsa fi suphaa daandii ,riqaalee fi bu'uraalee geejibaa fi loojistiksii haala gaariin geggeeffamaa jira.

Hojii kanneenii saffisaa fi qulqullina barbaadamuun

raawwachuuf tumsi caasaa bulchiinsa fi hawaasni naannoo pirojaktoota taasisaan daraan murteessaadha.

Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Aalleetti jiraattonni ganda Innosee Saambee bakka gootummaan Oromoo bara 1933 itti mul'atee Injifannoo Dirree seena qabeessa Waraana Saambee

har'aa misoomaan dabaallee dhaloota dhaalchisuuf miira xiiqiin hojjacha jira jedhan !

Meeshaalee ijaarsa trail bredge. Laga Qabariif qophaa'ee hawaasni naannoo pirojakticha gamtaan yoo galchaan fi godina Harargee Lixaatti toora daandii Kaarraa-Bookee hojiin deebisanii ijaaruu hojjetamaa jira suuraadhaan: