Godina Gujii Aanaa Oddoo Shaakkisoo:

  • 16 Jul 2024
  • Posted by adminroadlo
  • 0 Comments

Piroojektii daandii cirrachaa Corsoo-Diimtuu-Hambalaa-Shakkiisoo "Cont.III" kiiloo meetira 40.5 guyyaa har'aa

Jila hoggantuu Biiroo Daandiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa Injinar Heelen Taammiruu, hoogganaa Biiroo Fayyaa Oromiya Dr. Mangistuu Baqqalaa, Bulchaa Godina Gujii Obbo Nagaash Bullaallaatiin durfamuun bakka miseensonni Koree qindeessituu Godinaa, Keessummoonni Olaanoo Sadarkaa Naannoo, Godinaa fi kutaaleen hawaasaa gara garaa bakka jiranitti eebbifamun tajaajilaaf banaa ta'ee jira.

Maatiin Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa, gorsan "Prominent Engineering Solutions", kontiraktarri "Cush Ladder Construction PLC & Dirriba Defersha GC " , qooda fudhatootni, uummatni keenyafi 'counterpart' pirojektichaa Injinar Lijaalam Kifilee Baga gammaddan! Baga gammanne!

Daandiin bu'ura bu'uuraalee misoomaati.

Sirna eebbaa Daandii cirrachaa Corsoo-Diimtuu-Hambalaa-Shakkisoo "Cont.III" suuraadhaan: