Contact Us  0118388196/0118350886/0118342722  info@orlb.gov.et       

  • Slide Background Image
    Riiqichaa Laga Awash
    Text Caption
  • Slide Background Image
    Daandii Silala Hiddi Lolaa
  • Slide Background Image
    Godina Arsii Riqaa Deemsa Miilaa Namootaa fi Beeyladootaa Kofalchisaa
  • Slide Background Image
    Godina Arsii Riqaa Deemsa Miilaa Namootaa fi Beeyladootaa Kofalchisaa
  • Slide Background Image
    Daandii Addeellee - Sakkinaa "Contract II" fi Riqaa Laga Elellee
  • Slide Background Image
    Pirojeektii Buufata Konkolaataa Qindaawaa Magaalaa Walisoo
  • Slide Background Image
    Riqa Unkee Godina Arsii Aanaa Shanaan Koluu
  • Slide Background Image
    Riqaa Laga Jamaa (Meetira 277) Sh/Kaabaa
    Text Caption
  • Slide Background Image
    Piroojaktiin daandii Corsoo-Diimtuu-Hambalaa-Shaakkisoa "Cont. III"
    Text Caption
    Text Caption
  • Slide Background Image
    Riqaa Rarra'aa laga Ciniinaa , Riqaa Laga Mormora fi Riqaa Rarra’aa laga Malkaa Harree
  • Slide Background Image
    Dhalootaaf har'as, borus ni dhaabna! Ni hojjanna!
    Text Caption
    Text Caption
  • Slide Background Image
    Riqaalee Rrarra'aa Ijaaraman keessaa Godina Sh/ Bahaa Aanaaa Abuuseeraa keessati argamu
    Text Caption

You are here

Overview

Project Details

Jiraattotni Aanaa Mattuu fi Buree Lagni hoffaa Riqaan isaa ijaaramee Tajaajilaaf banaa ta'uu isaatti kan gammadan t'uu kan himan jiraattotni kunneen lagichi komee fi gaaffi Bulchiisa gaarii mootummaa irratti qabnu dha jedhu.
Jiilli Bulchaa Godina Iluu Abbaa Boor Obbo Indaalkaachoo Tafarii fi keessummaa kabajaa Dr.Diimaa Nogoo Miseensa Mana Maree bakka Bu'uuta Uummataa akasumas hoggansa Godinaa fi Aanaalee waliin Riqaa Laga hoffaa Bajata Mootummaa Birrii Miliyoona 48 oliin Aanaa Mattuu fi Buree wal quunnamsiisu Tajaajilaaf banaa taasisuun danda'ameera.

NU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-0118388196/0118350886/0118342722
  • E-Mail:info@orlb.gov.et
  • Website:-www.orlb.gov.et
  • Postaa:-42937

Miidiyaa Hawaasaa

                  Copyright @2024 by Oromia Roads and Logistics Bureau| www.orlb.gov.et