Hojiin kunuunsa fi suphaa daandiiwwanii tumsa hunda keenyaati gaafata!
“Nageenya daandiiwwan naannoo keenyaa eeguufi eggisiisuuf” hirmaannaa ummataa biyya keessaa fi alaa, deeggartoota misoomaa fi dhaabbilee misoomaa, abbootii qabeenyaa (yaadaan, humnaan, beekumsaan, maallaqaa fi kennaawwan adda addaan) maddisiisuun hojii kunuunsa fi suphaa daandiiwwanii tumsuun barbaachisaadha.
“Nageenya daandiiwwan naannoo keenyaa numaan!"