Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa Caasaa isaa Godinaalee waliin raawwii hojii hanga kurmaana 2ffaa bara 2016 qorachuudhaan kallattii hojii kurmaana 3ffaa kaayuu

  • 23 Jan 2024
  • Posted by Anonymous (not verified)
  • 0 Comments

Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa Caasaa isaa Godinaalee waliin raawwii hojii hanga kurmaana 2ffaa bara 2016 qorachuudhaan kallattii hojii kurmaana 3ffaa kaayuuf mari'achaa Jira.

Daandiin bu'ura bu'uraalee misoomati. Olmaa Guyyaa Har'aatiin Wajjiiraaleen Daandiiwwanii fi Loojistiksii godinaalee rawwii hojii isaa hanga kurmaana 2ffaa dhiyeessaa jiru.