Oduu Ammee

  • 23 Jan 2024
  • Posted by adminroadlo
  • 0 Comments
Boordiin Fandii Daandii naannoo, marii har'a miseensota isaa waliin taasiseen galiin Faandii Daandiitiin walitti qabame haala qajeelfama taa'een hojiirra akka oolu murtee dabarseera!
Kana booda galii walitti qabameen daandii keenyaa suphaa, fandii daandiitiif galii walitti qabuuun cimuu qaba jedhameera.
Nageenyumaa daandii keenyaa eeguu fi eegsisuun hunda keenyaa ilaallata!