Gaaffii hawaasni pirojektoota daandiidhaan wal qabatee qabu duraa duubaan deebisuuf ni hojjatama
Hooggantuun Biiroo Daandiiwwaniifi Loojestikii Oromiyaa Injinar Heelan Taammiruu gaffilee miseensota caffeerraa dhimma daandii irrattti ka'aniif deebii kennaniin, pirojektoota garaagaraa sababa adda addaatiin harkifatan xumursiisuun tajaajilaaf banaa taasisuuf kan hojjetamu ta'uu ibs

info@orlb.gov.et 

