Mari'atan Walii Galan, Walii Galan Alaa Galan, Alaa Galan Maqaa Tolan!!
Gamaaggamni raawwii hojii supha daandii waliigalaa bara 2016fi mariin karoora hojii supha daandiiwwan bara 2017 irratti xiyyeeffate gaggeefamaa jira
Gamaaggamni raawwii hojii supha daandii waliigalaa bara 2016fi mariin karoora hojii supha daandiiwwan bara 2017 irratti xiyyeeffate gaggeefamaa jira
Ijaarsi mana Aadde Baayyuush sadarkaan irra gahe bulchaa Aanaa Digaluu Xiijjoo Obbo Mahamaad Abbishuu, kantiibaa magaalaa Saaguree Obbo Jawaaroo fi Itti Gaafatamaan Wajjira Damee Suphaa Godina Arsii Injinar Naa’ol Gammachuu fi qamoolee gara garaan daawwatame.
Waldaleen IMX fi kontiraaktarootni ijaarsa riqaalee rarra’aa deemsa namaa, beeyladootaa fi motorsaayikilii tiif oolu hojjachaa jiran yeroo gabaabaa keessatti fayyadamtummaa uummata keenya mirkaneessuuf miira xiiqiin ariitiidhaan hojjachaa jiru.
Maatiin Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa, qooda fudhatootni fi uummatni keenya baga gammaddan! Baga gammanne!
Piroojektii daandii cirrachaa Corsoo-Diimtuu-Hambalaa-Shakkiisoo "Cont.III" kiiloo meetira 40.5 guyyaa har'aa
Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu daawwannaa hojii misoomaa taasisaa jiru itti fufuun Bulchiinsa Magaalaa Walisoottis hojiilee misoomaa adda addaa daawwateera
Copyright @2024 by Oromia Roads and Logistics Bureau| www.orlb.gov.et