Riqaalee ijaaruun lubbuu baraaruudha!
Jiilli Sadarkaa Itti Aantuu Pirezdaantii fi Hooggantuu Biiroo Galiiwwan Oromiyaa Aadde Maskaram Dabbabaatiin Durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Dadaritti Pirojektii riqaa Laga Malkaa Kuraa abbaa meetiraa (span) 16 birrii miliyoona 22n hojjatame kan uummata kuma 30 olii tajaajiluu fi

info@orlb.gov.et 

