Hojii ijaarsaa fi suphaa xiyyeeffannoo argachu akka qabu ibsame
Hojiin ijaarsaafi suphaa akkumaa mootummaa biratti xiyyeeffannoo argatee kutaalee hawaasa hunda birratti xiyyeeffannoo argachuu akka qabu Hoggana I/A/Biiroofi Gaggeessan Damee Misoomaa Daandii Injinar Caalaa Abdii Ayyalaa ibsan.

info@orlb.gov.et 

