Qindoomina, Qulqullinaa fi Ariitiin Hojjachuun Hiree Uummata Keenyaaf Argame ni Mirkaneessina!
Waltajjii hubannoo uumuu, gamaggamaa fi marii raawwii hojii Ijaarsa fi suphaa piroojektoota daandii sagantaa “RCFSP” caasaafi qooda fudhattoota Aanaalee f waliin gaggeeffamee jira.

info@orlb.gov.et 

