Sagantaa Waldorgommii Ispoortii Hojjattoota Mootummaa Marsaa 2ffaa
Hojjattootni Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa sagantaa Waldorgommii Ispoortii Hojjattoota mootummaa marsaa 2ffaa, guyyaa har'aa Magaalaa Bishooftuu, istaadiyamii magaalaa Bishooftuutti gaggeeffame irratti tapha adda addaatiin hirmatanii jiru.

info@orlb.gov.et 

