Caasaan bulchiinsa sadarkaan jiruu fi hawaasni keenya marti carraawwan misooma guddina biyyaa fi fayyadamtummaa uummataa mirkaneessu si’oominaan simatee hojiirra olchuu akka qabu ibsame!
Eeyyeen! Gamni kan argate nyaachaa kan hafeef boo’a! Bara 2016 Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa riqaalee deemsa namootaa fi beeyladootaa (trial bridges) 28 aanaalee naannoo Oromiyaa keessatti hojjachisaa jira.

info@orlb.gov.et 

